Horiii ykn sangaa sadii jirachuu turee isanawan kun sadanuu wajin jirachuu Turan biftii isanii tokko adii dha inni kan gurrachaa ,fi dimaaa dhaa wajin jirachuu Turan yeroo kana isan sadanuu Adan hin bahan yeroo kanaa warabesii isan kana nyachuuf yaliii gudda godhee yeroo dheraaf isan kana nyachuuf dadhabe yeroo kana mala isaan kana Adan basee nyatuu haweee sanbodaaa yadda isan kanaa Adan isan basuuu yadda harawaa basee yeroo isan Adan gar gar deman kopa kopatti isani dhaqe yeroo kana horiii isa gurrachaa itti dhufee jeeen horiii isa adii kanaa ofkesaaa basaa yeroo lenci halkan demuu inii adiin kun halkan yeroo isiinii wajin raftan halaallarra nimulatta yeroo adii kana arguu dhufee Iain nyataa jee isa gurrachaa kanatti himee yeroo kana horiii ykn sa.an adiin kun dubii warabessa dhugaa sahee obbolesa isanii Isa adii San ofkesa basan yeroo kana warabesi sa.a adii San koppatti argatee nyateee ,yeroo kana turee Ammalee demaà dhufe isa lamada kopa basuuf yada fidatee dhufee yeroo kana Ammalee jeen sa.a isa dimaa kana ofkesa basa jeen sa.a gurrachaa kopatti argatee malif jennan yeroo lenci halkan kopaa demuu inni diman kunii halaal mulatta aka adittii jeen yeroo kana binesii lencaa sun dimaa kana jee dhufee walin isin nyataa jeen yeroo kana inni gurachii kun dhugaa sahee isa dimaa kana ofkesa basee ISA dimaa Kanas kopatti argatee nyatee guyyà itti anus gurra kopatti hanbiseee wanjiruu kopatti argatee nyateee !;