Jirenya qananii heddu Nama ballesa garuuu jirenyii yeroo duràa qananii dhan Yoo jirachuu turtte bodda kanatti heddu midhamtta garuuu duràn Yoo qanaii kessatti guddatte bodee kana yerooo qananii atti itti guddatte Yoo dhabamtte Akka malee tahudhan halla yanee kessa galuu dandessa garuuu qananii sun Akka yanee sigodhhaa qananii San Yoo dhabdee Lubbu tee gagama irra dhufuu dadesii tanafuu qananii takkataka heddu Nama mitti