Jirenyiii malii jirenyaa jechuu hedduuu takka gafiii gudda yadooo kesa Nama galchiu qabaaa jirenyiii lubu ofiii jijiruufi Nama tahanii argamuu jechuu dha garuuu yeroo Amma kesatii halli jirenyaa gafii tahaaa jiraaa malifii ofjirudha moo Nama jijiruu dursa garuu ofjijuruuu dursa yoo of jijirtee Nama jirtta garuuu fudhuun Hedduu Nama yaddeseee jiraaa jirenyaa Etiyoopiyaaa kana kesatii malifiii???

Senaa Nama kofalchiftuu

Senaa guyyà takka gurrban lamii etiyopiyaa tahee tokko inni oromoodhaaa fudhee isin fudhee Tunis oromoo dhaa garuuu inni jirenyi isaaa warra lafaaa badaaa ti isinis dhalattuu lafaaa gamojiitiii yeroo waljalattanii fudhee bodaaa turaaa kesaaa ergga bubulanii bodaaa warrii intalaaa qopii xiqooo takka godhaniii yaman yeroo kana aferra kanarattii nyataaa adda dhihesaniif ,nyaniii adaaa wan AkkaContinue reading “Senaa Nama kofalchiftuu”

Jifatan Arsenal gabrielmaartineel February 3,2023

Jifataan Arsenaal Gaabirel Maartineel February 3, 2023Jifataan Arsenaal dargaggeessi umrii waggaa 21 Gabireel Maartineeliin waliigaltee yeroo dheeraa kilabasaa Arsenaaliif mallatteesse.Maartineel bara 2019 kilaba Biraaziil- Ituano jedhamurraa Arsenaal kan seene yoo ta’u, walumaagalatti hanga ammaatti taphoota 111 irratti hirmaateera.Bara kana namni akkasaa tapha Pirimer Liigii irratti hirmaate hin jiru, gooliiwwan torbas lakkoofsiseera.Kilabnisaa Arsenaal qabxii shaniin kanContinue reading “Jifatan Arsenal gabrielmaartineel February 3,2023”

Design a site like this with WordPress.com
Get started